Doktoroota Daangaa Hin Qabne (MSF)

Tajaajilli UNHCR fi michoota isaatiin kennu hundi kaffaltii malee!

Tajaajila Eegumsaa

Namoota jeequmsa saalaa irratti hundaa’e irraa hafaniif
MSF namoota jeequmsa saalaa irratti hundaa’e irraa hafan kanneen miidhaa saalaa mudataniif kunuunsa fayyaa irratti gorsa kenna. MSF sa’aatii 24, torbanitti guyyaa 7 qunnamuuf ni argama.
Sarara bilbilaa gorsaa: 01012159162 / 01111483267
24/7 sarara bilbilaa: 01117083502

Tajaajila Fayyaa

Kiliniikoota Fayyaa
Sarara bilbilaa: 01117083502 (9:00 AM – 5:00 PM)
Teessoo: Gamoo Lakk.2 Daandii 161 Maadi
Wiixata – Kamisa: ganama sa’aatii 9:00 – galgala sa’aatii 5:00

Tajaajila Xiin-sammuu Hawaasummaa

Tajaajila Fayyaa Sammuu
Sarara bilbilaa: 01117083502 (ganama sa’aatii 9:00 – galgala sa’aatii 5:00)