Ijoollee Baraaraa / Save The Children

Tajaajila Eegumsaa

Eegumsa Daa’immanii (Madaallii Dantaa Gaarii Daa’imman/ Daa’imman Balaa Irra Jiran Namaa Hin Qabnee fi Adda Ba’aniif)

Ijoollee Baraaraa daa’imman balaa irra jiranii fi daa’imman miidhaa, tuffii fi fayyadamaaf saaxilamaniif tajaajila hedduu kenna. akkasumas madaallii dantaa gaarii dabalatee daa’imman kanneen nama waliin hin deemneef & addaan ba’aniif tajaajila ni kenna.
Arabaa: 01029803454/ 01029802524
Oromoo fi Amaaraa: 01067752252
Tigiree: 01010002785/ 01099845733/ 01143772690/ 01029802524
Somaalee: 01067894466

Tajaajila Fayyaa

Gaaffii fi Komii Eegumsa Fayyaa Sadarkaa Duraa

Ijoollee Baraaraa Ministeera Fayyaa fi Uummataa waliin ta’uun baqattootaaf tajaajila fayyaa qulqullina qabu argachuu fooyyessuuf hojjeta.
Kaayiroo Guddittii: 01212039953
Iskindiriyaa fi Daamiyeetaa: 0106554275
Wiixata – Kamisa: 9:00 – 17:00

Eegumsa Fayyaa Sadarkaa Lammaffaa

Dhimmoota Caritas qofaan ergaman fudhata, yoo duraan faayilii banaa qabaattan, qunnamuu dandeessu:
Kaayiroo Guddittii: 01097748440
Iskindiriyaa fi Daamiyeetaa: 0106716774
Lakkoofsa yeroo muddamaa: 01280770146/ 01280769456/ 01064833320
Wiixata – Kamisa: 9:00 – 17:00

Ergaa fi Gaaffii Hubannoo Fayyaa
Kaayiroo Guddittii: 01068188110/ 01019663668/ 01066205866/ 01066166828/ 01066232234/ 01066245668/ 01019755855/ 01019588995/ 01019688388/ 01019633966/ 01068311711/ 01066236607/ 01014541590
Iskindiriyaa: 01014620007/ 01014630006/ 01014650004/ 01010002483/ 01014666922
Daamiyeetaa: 01011165822/ 01012641119
Wiixata – Kamisa: 9:00 – 17:00

Sarara Infoo

Sarara bilbilaa: 01015933433


  Fuula Feesbuukii