Kunuunsa (Care)

Tajaajilli UNHCR fi michoota isaatiin kennu hundi kaffaltii malee!

Tajaajila Eegumsaa

Jeequmsa Koorniyaa Irratti Hundaa’e

Miidhaamtoota jeequmsa Koorniyaa irratti hundaa’eef deeggarsa ni kenna
Kaayiroo: 01028859666 / 01028859777 /01120486354
Iskindiriyaa: 01144470800/ 01146077273
Wiixata – Kamisa: 9:00 – 17:00

Sa’aatii hojii booda sarara
Guyyoota torbanii sa’aatii 17:00 hanga 9:00 / Dhuma torbanii sa’aatii 24: 01028062178

CARE Egypt akkasumas Iddoo Dubartootaaf Mijatu kan sochiiwwan hedduun keessatti raawwataman kan akka: walgahii hubannoo fayyaa saalqunnamtii fi walhormaataa, walgahii hubannoo seeraa, walgahii deeggarsa bu’uuraa saayikooshawaasummaa, workshopii of ittisuu, leenjii koorniyaa daa’immaniif, fi workshopii gaa’ila daa’immanii ittisuuf gargaaru ni geggeessa. Xiyyeeffannaan guddaan Iddoo Michuu Dubartootaa dubartootaa fi shamarran humneessuu fi qaqqabummaa odeeffannoo fi hojiilee adda addaa fooyyessuudha.
Waxabajjii 6/6th of October: Gamoo 22 – 1st ollaa – 1st aanaa. (bakka)

Tajaajila Xiin-sammuu Hawaasummaa

Kutaa Deeggarsa Saayikoo-hawaasummaa/ Wal’aansa Garee/ Kutaa Hubannoo

Deeggarsa seeraa fi saayikooshawaasummaa, wal’aansa garee, hubannoo uumuu fi bulchiinsa dhimma dhuunfaa namoota jeequmsa Koorniyaa irratti hundaa’e irraa hafan ni kenna.
Kaayiroo: 01028859666/ 01028859777 /01120486354
Iskindiriyaa: 01144470800/ 01146077273
Wiixata – Kamisa: 9:00 – 17:00

Sa’aatii hojii booda sarara
Guyyoota torbanii sa’aatii 17:00 hanga 9:00 / Dhuma torbanii sa’aatii 24: 01028062178


  Fuula Feesbuukii