Dhaabbilee Michuu UNHCR’n ta’an
Dhaabbileen michuu UNHCR baqattootaa fi koolu galtoota Masrii keessa jiraniif tajaajila eegumsaa, fedhii bu’uuraa, tajaajila fayyaa ykn tajaajiloota biroo baqattootaa fi koolu galtoota yeroo Masrii keessa jiraatan gargaaruu danda’an dabalatee tajaajila hedduu ni kennu.








