Miseensota Maatii Argachuu

Tajaajilli UNHCR fi michoota isaatiin kennu hundi kaffaltii malee!

Yoo miseensa maatii tokko waliin qunnamtii dhabdee fi isaan argachuuf gargaarsa barbaadde, akka armaan gadiitti ibsametti Ji’a Diimaa ykn Fannoo Diimaa qunnamuu dandeessa:

Maatiin Masrii keessa jiran kanneen namoota jaallatan waliin qunnamtii dhaban sarara bilbilaa Waajjira Walitti Hidhamiinsa Maatii Deebisuu ICRC: +0225281548 qunnamuu ni danda’u

Yookiin immoo: +249900907832 yoo Sudaan jiraatan

Yookiin ammoo sarara bilbilaa: 15322 irratti ji’a diimaa Masrii bilbilaa ykn gaaffii keessan WhatsApp irratti: 01152072077 irratti ergaa