Kooluu Gibxii (Refuge Egypt)

Tajaajilli UNHCR fi michoota isaatiin kennu hundi kaffaltii malee!

Tajaajila Fayyaa


Fayyaa Waliigalaa/Fayyaa Walhormaataa / TB – HIV/Aids qabaman
Fayyaa walhormaataa, TB, wal’aansa HIV/AIDS, fi tajaajila daa’imman umuriin isaanii waggaa shanii gadi ta’eef ni kenna.

Magaalaa Nasr:
Teessoo: Aanaa kurnaffaa, gabaa daandii irratti, “Maktab el-tamween” Gamoo waajjira walgargaarsa maatii
Bilbila: 01211970028
Atattama: 01282112011
Guyyoota hojii: Kibxataa fi Roobii 8:00 to 14:00

Zamalek:
Teessoo: Kaatediraala Qulqulloota Hundaa, daandii Michel Lutfallah 5, Hoteela Marriott duuba
Bilbila: 01272040710
Atattama: 01211970018
Isniina-Kamisaa fi Dilbata 8:00 to 15:00 (Jimaataa fi Wiixata boqonnaa)

6 Waxabajjii:
Teessoo: 48 El-markazy, Kutaa 10ffaa, Waxabajjii 6
Bilbila: 01211970037
Wiixata hanga Kamisaatti: 8:00 to 15:00

Tajaajila Jireenyaa

Leenjii Ogummaa / Iyyannoowwan hojii
Haala mijeessuun hojii mindaatiin tajaajila jireenyaa ni kenna.
Iyyattoonni leenjii ogummaa hojii barbaachisaa, koorsii afaanii, piroofaayilii hawaas-dinagdee, guddina dandeettii fi haala mijeessuu gabaa hojii (keessa deemaa) Waldaa Qulqulloota Hundaa, Hoteela Mariott, Zamalek duuba, argatu.
Bilbila: 01102688583
WhatsApp: 01018897429
Jimaata & Wiixata malee guyyaa guyyaa: 10:00 – 13:00

Waajjira daawwachuu kee dura beellama qabachuu kee gaarummaadhaan mirkaneessi.


 Fuula Feesbuukii