Abbootii Seeraa Tokkummaa (United Lawyers)

Tajaajilli UNHCR fi michoota isaatiin kennu hundi kaffaltii malee!

Tajaajila Eegumsaa

Yeroo Muddamaa Seeraa & Af-gaaffii

Abukaatonni Yunaayitid baqattootaa fi koolu galtoota hundaaf gargaarsa seeraa ni kennu. Tajaajiloonni kanneen akka: sanadoota akka dhalootaa, gaa’ilaa, fi ragaa wal hiikuu argachuuf gargaaruu. Baqattoota aangoo fi mana murtii duratti bakka bu’uu. United Lawyers daa’imman taateewwan jeequmsa Koorniyaa irratti hundaa’an irraa dhalataniif waraqaa ragaa dhalootaa argachuuf gargaaru. Gorsa seeraa kennuu bira darbee leenjii fi waltajjii hubannoo uumuus ni kennu.
01154526171
Dilbata – Kamisa: 10:00 – 18:00
Daandii 105, Gamoo 114, Gamoo 3ffaa, Flat 8, Hadayeq El-Maadi


Fuula Feesbuukii