Ji’a Diimaa Masrii (ERC)

Tajaajilli UNHCR fi michoota isaatiin kennu hundi kaffaltii malee!

Fayyaan Hundaaf pirojektii ji’a Diimaa Masriitiin hojiirra oole yoo ta’u, Fannoo Diimaa Jarmanii fi Fannoo Diimaa Siwiizarlaand waliin ta’uun kan maallaqaan deeggaramu EUTF dha. Pirojektiin kun godaantota, baqattootaa fi miseensota hawaasa keessummeessituu saaxilamoo ta’an irratti kan xiyyeeffate yoo ta’u, bakka 6tti Kaayiroo Guddittii keessatti akka armaan gadiitti mul’ata;
Giddu-galli ERC bakkeewwan kanneenitti argaman tajaajila fayyaa, seminaara hubannoo Fayyaa, waltajjiiwwan deeggarsa fayyaa sammuu fi saayikooshawaasummaa fi leenjii jireenyaa ni kennu.

Arab El Maadii

  • Dilbata: Fayyaa dubartootaa – Doktora gurraa fi qoonqoo hidhii
  • Wiixata: Daa’immanii – Doktara gogaa
  • Roobii: Ogeessa lafee – Qoricha keessoo

Teessoo: Daandii Abdel-Monem Riad, fuuldura kompileeksii mana murtii Basatien fi Dar El-Salam
Bilbila: 01153881199
Sa’aatii hojii: 10:00 AM hanga 2:30 PM

Ain Shams

  • Dilbata: Daa’immanii – Ogeessa lafee
  • Kibxata: Doktara gogaa – Doktora gurraa fi qoonqoo hidhii
  • Kamisa: Fayyaa dubartootaa – Qoricha keessoo

Teessoo: Daandii Ain Shams El-Sharkia, buufata konkolaataa Alf Maskan cina, mana yaalaa Alfa fuuldura
Bilbila: 01153772211
Sa’aatii hojii: 10:00 AM hanga 2:30 PM

Kurnaffaa Ramadaanaa

  • Dilbata: Fayyaa dubartootaa – Qoricha keessoo – Doktara gogaa
  • Kibxata: Daa’immanii – Ogeessa lafee – Doktora gurraa fi qoonqoo hidhii
  • Kamisa: Ogeessa lafee – Fayyaa dubartootaa

Teessoo: Dhiyeenya ja’affaa, buufata konkolaataa Al-Ordoneya fuuldura
Bilbila: 01153994455
Sa’aatii hojii: 10:00 AM hanga 2:30 PM

Jahaffaa October

  • Dilbata: Qoricha keessoo – Gogaa – Lafee
  • Isniina: Fayyaa dubartootaa – Gogaa – Qoricha keessoo
  • Kibxata: Lafee – Daa’immanii – Doktora gurraa fi qoonqoo hidhii

Teessoo: Al-Mehwar Al-Markazy, dhiyeenya jalqabaa, gamoo 65, Mana Barumsaa Afaanii Al-Qahira fuuldura
Bilbila: 01153991133
Sa’aatii hojii: 10:00 AM hanga 2:30 PM

Ard Al-Lewaa

  • Isniina: Lafee – Qoricha keessoo
  • Kibxata: Daa’immanii – Fayyaa dubartootaa
  • Kamisa: Gogaa – Doktora gurraa fi qoonqoo hidhii

Teessoo: 9 Daandii Doktor Sebaaei, daandii El-Moatamadia irraa fagaatee
Bilbila: 01153991144
Sa’aatii hojii: 10:00 AM hanga 2:30 PM

Madinat Nasr

  • Kibxata: Fayyaa dubartootaa – Lafee
  • Roobii: Daa’immanii – Qoricha keessoo
  • Kamisa: Doktora gurraa fi qoonqoo hidhii– Gogaa

Teessoo: Daandii Al-Hassan 6, daandii Ehab Ezzat irraa fagaatee, aanaa Kurnaffaa, Tabba
Bilbila: 01153558877
Sa’aatii hojii: 10:00 AM hanga 2:30 PM