Odeeffannoo baqattoota, koolu galtootaa fi buqqaatota Masrii keessatti argamaniif.

Kan kenname UNHCR, Ejensii Baqattootaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii.

Tajaajilli UNHCR fi michoota isaatiin kennu hundi kaffaltii malee!

Marsariitiin kun baqattootaa fi koolu galtoota biyya Masrii keessa jiraniif kan hojjetamedha. Odeeffannoo barbaachisaa fi deebii kanneen armaan gadii ni kenna:

UNHCR hojii galmee Jimaata dheeressuun baqattootaa fi koolu galtoota duraan Waajjira Waxabajjii 6 keessatti beellama qabatanii turan simachuuf ni hojjeta.
Hubadhaa, iyyattoota sagantaa qaban kanneen ergaa gabaabaa ykn bilbila beellama qaban QOFA gara waajjiraatti seenu.

 

TAJAAJILOOTA KOLA-GAAFATT OOTAA FI BAQATTOOTA KAAYIROO

Tajaajila baqattootaa & koolu galtoota Kaayiroo keessatti kennamu