Tajaajilli UNHCR fi michoota isaatiin kennu hundi kaffaltii malee!
Tajaajila Eegumsaa
Eegumsa Daa’immanii (Madaallii Dantaa Gaarii Daa’imman/ Daa’imman Balaa Irra Jiran Namaa Hin Qabnee fi Adda Ba’aniif)
Ijoollee Baraaraa daa’imman balaa irra jiranii fi daa’imman miidhaa, tuffii fi fayyadamaaf saaxilamaniif tajaajila hedduu kenna. akkasumas madaallii dantaa gaarii dabalatee daa’imman kanneen nama waliin hin deemneef & addaan ba’aniif tajaajila ni kenna.
Arabaa: 01029803454/ 01029802524
Oromoo fi Amaaraa: 01067752252
Tigiree: 01010002785/ 01099845733/ 01143772690/ 01029802524
Somaalee: 01067894466/ 01019215496
Gaaffii fi Komii: 01015933433
Jireenya
Leenjii hojii, leenjii deeggarsa jireenyaa, maallaqa jalqabaa fi qacaruu. Kanneen haaraa dhufan erga rakkoo Sudaan booda dargaggoota umrii 18 hanga 24.
Teessoon: 6 Khan Younes, Al Mohandseen
Bilbila: 01017403477
Bilbila hatattamaa: 01015933433
Sa’aa hojii: Dilbata – Kamisa 9:00 – 5:00
Sarara Infoo
Sarara bilbilaa: 01015933433