Médecins Sans Frontières (Dooktaroota daangaa hin qabne)

Fayyaa fi deegarsa sammuu yeroo miidhaa saalaa irratti hundaa’e keessatti kennamu

Kiliniki Médecins Sans Frontières (Dooktaroota daangaa hin qabne) tajaajila fayyaa durbuu fi booda ulfaa fi tajaajila sammuu kenniti namoota miidhaa saalaa irra ga’eef.

Bakki itti argamu: 27 Al Quds daandii, Mohandessin, Giza
Bilbila: 01222213181
Sa’aati hojii: 9:00 AM – 5:00 PM