Baga gara marsariitii ‘Gargarsaa’ kan UNHCR, bakka bu’aa baqattootaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniin geggeeffamutti dhuftan. Koolu galtoonnii fi baqattoonni UNHCR Liibiyaatti galmaa’an tajaajila murtaa’e UNHCR fi michoota isaa irraa fayyadamoo ta’uu danda’u.
Gorsa: Qabiyyee jiru hunda daawwachuuf kolbaa ‘baafata’ kan gar bitaa gubbaa asxaa UNHCR cina jiru fayyadami.
Fuula kana irratti odeeffannoo waa’ee armaan gadii argata:
- Waa’ee UNHCR Liibiyaa fi Akkaataa nu qunnamuu dandeeus
- Sarara quunnamtii barbaachisoo fi sarara ho’aa
- Akkaataa UNHCRtti Galmaa’uu Dandeenyu
- Deebi’anii Qubsiisuu fi Baqachuu
- Akkaataa Gargaarsa barbaaduu
- Naamusa Badaa Gabaasuu
Galmee dabalatee tajaajilli UNHCRn kennu HUNDI BILAASHAAN/kafaltii malee tola akka kennamu hubadhaa.