Sarara quunnamtii barbaachisoo fi sarara ho’aa

Bilbilaa: ๐Ÿ“ž Sarara Bilbilaa Galmee UNHCR: 0911633466 

0910021631ย (WhatsApp messages only)

(Dilbataa hanga Kamisaatti sa’aatii 08:30-16:30)

Bilbilaa: ๐Ÿ“ž Sarara Bilbilaa Eegumsaa UNHCR: 0917127644

(Dilbataa hanga Kamisaatti sa’aatii 08:30-16:30)

Bilbilaa: ๐Ÿ“ž Toora bilbilaa Mala Duub-deebii Waliigalaa Tawasul: 1404

(Dilbataa hanga Kamisaatti sa’aatii 09:00-23:00)

Bilbila bilisaa guutuu biyyattiitti sagantaalee gargaarsa namoomaa irratti odeeffannoo argachuu, komii sagalee dhageessisuu fi yaada kennuu fi dhaabbilee gargaarsa namoomaa dhimma gabaafame kana ilaaluuf mijatoo taโ€™aniif wobii argachuuf.

Bilbilaa: ๐Ÿ“ž Sarara bilbilaa CESVI: 0910027716 YKN 0922767166

(Dilbataa hanga Kamisaatti sa’aatii 09:00-17:00)

Gargaarsa fayyaa sammuu fi xiin-hawaasummaaf, gargaarsa jeequmsa saalaatiin walqabatee, dhimmoota eegumsa daaโ€™immanii wajjin walqabatan, tajaajila eegumsa biroo, gargaarsa maallaqaa, fi beellama Giddugala Guyyaa Hawaasaa daawwachuuf.

Bilbilaa: ๐Ÿ“ž KBIA (IRC) Gargaarsa Fayyaa:

Sarara bilbilaa hatattamaa yaalaa KBIA: ๐Ÿ“ž 0910354839 (24/7 – Guyyaa hunda yeroo kamiyyuu)

Sarara bilbilaa KBIA(IRC)  marii waliigalaa: ๐Ÿ“ž 0910347365 (Dilbataa hanga Kamisaatti 09:00-17:00)


<< Gara fuula jalqabaa Liibiyaatti deebi’a
>> Fuula Gargaarsa keenya irratti biyya biraa filadhaa