Odeeffannoo iyyattoota sadarkaa baqattootaa, baqattootaa fi namoota biyya hin qabne Liibiyaa keessa jiraniif.Kan kenname UNHCR, Ejensii Baqattootaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii.Galmee dabalatee tajaajilli UNHCRn kennu HUNDI BILAASHAAN/kafaltii malee tola akka kennamu hubadhaa.Fuula kana irratti odeeffannoo waa’ee armaan gadii argata: Waa’ee UNHCR Liibiyaa Sarara quunnamtii barbaachisoo fi sarara ho’aa Galmee Deebi’anii Qubsiisuu & Baqachuu Akkaataa Gargaarsa barbaaduu Naamusa Badaa Gabaasuu