Beeksisa Barbaachisaa irraa UNHCR Liibiyaa

Beeksisa Barbaachisaa irraa UNHCR Liibiyaa

Beeksisa haaraa koolu galtootaa fi baqattoota Liibiyaa keessa jiraniif asitti argattu.

Odeeffannoo sobaa akeekkachiisa

May 25, 2025

UNHCR Liibiyaa odeeffannoo sobaa yeroo ammaa hawaasa keessa faca’aa jiru ni beeka, kanneen keessaa: ? Oduu sobaa kan jedhu dooniiwwan daawwanna lama gara Tiriipoolii dhufanii, koolu-galtoota 20,000 ….